Seektaroota fi hirmaata qaamaa fakaasuu

Kamshaan Luulloo, meeshaalee luulloowwanii fi geengoowwan fakkasuudhaaf fayyadan of keessaa qabu. Akkasumas, qaamaa fi kutaa kan luulloowwanii fi geengoowwanii fakkasuu nidandeessa.

Kutaa geengoo yookiin gita fakkeessuuf:

  1. Kamshaa Mululleewwan banitii Deloo Geengoo cuqaasi ykn Deloo Mulullee sajoo Sajoo tokkoo isaarratti cuqaasi qareen hantuuttee akeektuu mataa xiqqaa qabatti.

  2. Qaree fiixee geengoo kaasuu fi harkisuun geengoo uumuu barbaadde qubachiisi.

    Sajoo Qaxxee

    Handhuura irraa harkisuun geengoo uumuuf, filannoo tuqi ennaa harkifamu.


  3. Geengichi hagamtaa barbaaddee irra yoo gahe,qabduu hantuuttee gadhiisi sararichi geengoo raadiyeesichaa qaxxamura.

  4. Qaree iddoo daangaa bakka kutaa duraa olkaa'uu barbaaddee qubachiisiifi cuqaasi.

    Sajoo Yaaddannoo

    Akkasarrarri raadiyeessi qaree hordofu gara daangaa geengichatti dhaquu dirqama, galmee keessatti iddoo barbaaddetti cuqaasuu nidandeessa.


  5. Qaree iddoo daangaa bakka kutaa itti aanuu olkaa'uu barbaadde quba chiisii cuqaasi kutaan xumuurame.

Qoqqooddii geengoo yookiin citaa kaasuuf, ejjettoo armaan gadii kutaa geengoo uuma hordofi.

Golboo citicharratti gkaasuu yoo barbaadde, sajoo golboo tokko filachuun kan tutaarratti hundaa uumuuf ejjatoo walfakkaatu hordofi.