Taattoowwaniif Qaxxaamuroota

Furtuuwwan qaxxaamuraa armaaan gadii taattoowwan keessatti fayyaadamuu ni dandeessa.

LibreOfficedhaaf furtuuwwan qaxxaamuraa waliigalaa fayyadamuus ni dandeessa.

Qaxxaamuroota Taattoowwan keessaa

Furtuuwwan Qaxxaamuraa

Bu'aawwan

Caancala

Wanta itti aanu fili.

Jijjiirraa + caancala

Wanta duraa Fili.

Mana

Wanta tokkoffaa fili.

Xumuri

Wanta dhumaa Fili.

Dhiisii

Filannoo dhiisi

ol/gadi/bita/mirga xiyya

Wanticha kallattii xiyyaarra sochoosi.

ol/gadi/bita/mirga xiyya keessa taattoowwan deloo

Gayii deloo filatame kallattii xiyyaarra sochoosa.

F2 matadureewwan keessaa

Haalata naqa barruu galchi.

F3

Gurmuu erga bantee qaamolee tokko tokko gulaaluu ni dandeessa(durdurii fi deetaa walgaafaa keessatti).

+F3

Gurmuu bahi(durdurii fi deetaa walgaafaa keessatti).

+/-

Taattoocha Hir'isi yookiin Guddisi

+/- taattoowwan deloo keessatti

Gayii deloo filatamee taattoo deloo irraa yookiin gara taattoo delootti sochoosa.