Akaakuu Taattoo XY (Bittimfaa)s

Akaakuu taattoo fuula duraa Taattoo Masaka irraa filuu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Chart...

Icon

Insert Chart


XY (Bittimfaa)

Taattoon XY unkaa bu`uura isaa keessatti deetaa walfaannee maqaa, tarree gatiiwwaan‑x, fi tarree gatiiwwan‑y ofkeessatti qabatu tokko irratti hundaa`a. Tokko tokkoon gatii dachaa (x|y) cirna walgita keessaatti akka tuqaati agarsiisama. Maqaan deetaa walfaannee gatiiwwan‑y waliin firooma akkasumas waayoo keessatti agarsiisama.

Taattoo XY fakkeenya hojoolee armaan gadiif fili:

  1. siiqqee‑x madaali

  2. ulaagaa qonyoo uumi, fakkeenyaaf mari

  3. faankishinii caatoo fakkasi

  4. aloolaa jijjiiramaawwan hangaa firoomina xiinannoo

Taattoon XY kee tarii deetaa walfaannee tokkoo ol qabaachuu danda`a.

Addaba'oota Taattoo XY

Fuula duraa Taattoo Masaka irraa, ykn Dhangii - Akaakuu Taattoo taattoof gulaalaa haalata keessaa filuudhaan taattoo XY addaa filuu ni dandeessa.

The chart is created with default settings. After the chart is finished, you can edit its properties to change the appearance. Line styles and icons can be changed on the Line tab page of the data series properties dialog.

Qaaqa Deetaa Walfaannee banuuf tuqaa deetaa kamiyyuu lama cuqaasi. Qaaqa kana keessatti, amaloota baay'ee deetaa walfaannee jijjiiruu dandeessa.

Taattoowwan 2D dhaaf, agarsiisa kabalawwan dogongoraa dandeessisuuf saagi - Kabalawwan dogongoraa Y filachuu dandeessa.

Ajajoota baafata Saagi gargaaramuun sararoota gatii gidduu galeessaa fi sararoota adeemsa agarsiisu dandeessa.

Tuqaalee Qofa

Each data point is shown by an icon. LibreOffice uses default icons with different forms and colors for each data series. The default colors are set in - Charts - Default Colors.

Sararoota Qofa

Addaddummaan kunsararoota sirrii tuqaa deetaa tokko irraa gara itti aanuutti fakkaasa.Tuqaaleen deetaa sajooleetiin hin agarsiisaman.

Tartiibni fakkasa tartiiba deetaa walfaannee keessaa waliin walfakkaata.Tartiiba gatiiwwan x keessatti sararoota kaasuuf Gatiiwwan x Tartiiba qabsiisi mallatteessi. Tartiiba qabsiisiin taattoo qofatti fayyadama, deetaa gabatee keessaatti miti.

Tuqaalee fi Sararoota

Addaddummaan kun tuuqaalee fi sararoota sa`a walfakkaataa irratti agarsiisa.

Sararoota 3D

Sararootni akka teeppiitti agarsiifamu.Tuqaaleen deetaa sajooleetiin hin agarsiifamani. Amaloota kan akka calaqqee fi mul`isu kofa qindeessuuf xumura taattoo keessaa 3D Mul`isi fili.

Sararoota Simeessa

Choose Smooth from the Line type dropdown to draw curves instead of straight line segments.

Bal'ina qonyootaaf qindeessuuf Amaloota cuuqaasi.

Cubic Spline tuqaalee deetaa keessaan pooliynomiyaalii digiriii 3 waliin walqabsiisa. Cehumsi kutaalee pooliynoomiyaalii simeessa, irraagadee fi qonyoowwan walfakkaatan qabu dha.

Qulqullini pooliynoomiyaali xixiqqooo tuuqaalee deetaa gidduutti kaasuuf muraaleen sarara hammam akka herregaman murteesa. Osoo tuqaa deetaa kamiyyuu cuuqaaste giddugaleessa tuqaalee ilaaluu ni dandeessa.

B-Spline uses a parametric, interpolating B-spline curve. Those curves are built piecewise from polynomials. The Degree of polynomials sets the degree of these polynomials.

Stepped Lines

Choose Stepped from the Line type dropdown to draw lines which step from point to point instead of straight line segments.

Bal'ina qonyootaaf qindeessuuf Amaloota cuuqaasi.

There are 4 different step types: