Akaakuu Taattoo Culkee

Akaakuu taattoo fuula duraa Taattoo Masaka irraa filuu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Chart...

Icon

Insert Chart


Culkee

Taattoon culkee gatiiwwan deetaa akka tuqaalee sararootan walqabataniiti tarsaa culkee kan culkee orbobbiisa fakkaachisuu ykn radaara ujummee agarsiisu keessaatti agarsiisa.

Tokko tokkoo tarree deetaaf, caliin iddoo deetaan pilootee ta`uti agarsiisama. Gatiiwwan deetaa hundi madaala walfakkaatu waliin agarsiisamu, kanaaf gatiiwwan deetaa hindi hagammee walfakkaatu qabachuu qabu.