g

Akaakuu Taattoo Sarara

Akaakuu taattoo fuula duraa Taattoo Masaka irraa filuu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Chart...

Icon

Insert Chart


Sarara

Taattoon sarara gatiiwwan akka tuqaaleetti siiqqee y irratti agarsiisa.Siiqqee x kutaalee agarsiisa. Gatiiwwan deetaa walfaannee tokkoon tokko isaanii sararan walindhamu.

Tuqaalee qofa - kutaan citaa kun tuqaalee qofa pilootessa.

Tuqaalee fi sararoota - kun tuqaalee pilootessuu fi tuqaalee deetaa walfaannee walfakkaata sararan walindha.

Sararoota qofa - citni akaakuu kun sararoota qofa pilootesa.

Sararoota 3D - citni akaakuu kun tuqaalee deetaa walfaannee walfakkaataa sarara 3Dn walindha.

Gatiiwwan tuqaalee y tokko tokkoo kuusama isaanii gubbaa irratti qindeessuuf Tartiiba walfaannee mallateessi.Tarjaa duraa tuqaalee tartiiba jalatti fakkasame malee, gatiiwwan y gatiiwwan sirrii bakka hin bu`ani. Osoo dhibbayyaa filte, gatiiwwan y akka akaakuu ida`amati madaalamu.

Choose the Line type from the dropdown to select how the points will be connected. You can choose either Straight lines, Smooth lines to draw curves through the points or Stepped lines to draw lines which step from point to point. Click Properties to change the properties for the smooth or stepped lines.