Ilaala 3D

Fuula jalqabaa irratti Masaka Toottoo Taattoo baafata dubbii hallee keessatti akaakuu taattoo filachuu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Chart...

Icon

Insert Chart


Press Shift+F1 and point to a control to learn more about that control.

Durargii taattoo qindaa'ina isa haraa qaaqaa kessatti galchitee gabaasa.

Taattoo 3D dhaaf Dhangii - Ilaaloo 3D filachuun kaadhima, argamsaa fi calaqqee qindeessuu dandeessa.

Tilmaamuu

Kofa hunda 0 tti taattoo mul'anno fuldurattif qindeessi.Taattoo deloo fi taattoo donuutii akka geengootti agarsiifamu.

Siiqqota gara mirgaa waliin hojjeta, qabiyyee taattoo kallattii X fi Y kessatti marsuu dandeessa, innis daangaa taattootiin walmaddii dha.

Gatiin x inni 90 y fi z waliin 0 tti qindaa'uun, mul'ata gubba gara jala taattootti agarsiisa. Gara jala taattoo x waliin -90 qindaa'e argita.

Marsaan tartiiba dura x, itti aanee y, dhuma irratti z fayyadama.

Yoo gadideessuun hojate fi taattoo marsite fi yoo ifni taattootti murataa'e ifni ni marsama.

Sajoo Yaaddannoo

Siiqqonni marsaa yeroo hunda fuula walitti foraa'a, taattoo siiqqotaati miti.


Tilmaama haalhojii tattoo filadhu tilmaama keessaa akka doo'atuuf fakkaftuu mul'istu fayyadami iddoo karoortii walmaddii fayyadamuun.

Dheerina xiyyeffanna qabduu qaanxii waliin qindeessi. 100% tilmaama mul'ataa kenna yommuu afoon fagoo guddinni taattoo tilmaaman walakka afoo cinaa fakkaatu.

Sajoo Yaaddannoo

Fooyyeen durattii LibreOffice kan agarsiisa paarsantii tilmaamaa foyyee ammee waliin tokko ta'e.


Danaa

Gurmoo filachuun, sanduuqa filannoo fi maddi ifaa haalaa galuumsaan qindaa'u.

Calaqqee

Set the light sources for the 3D view.