Waayoo

Amala daangaa,bal'ina fi arfii waayoof qindeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

fili Dhangii - Waayoo, ykn Dhangii - Filannoo Dhangii - Waayoo (Taattoota)


Sarara

Dirqaalalee dhangeessuu sarara filatameef ykn sarara kaasuu barbaaddef qindeessi. Dabalataanis xiyya irraantoo sararaatti dabaluu ykn mallatoolee taattoo jijjiiruu dandeessa.

Bal'ina

Wanta fakkaasaa filatameef dirqaalalee guutuu qindeessa.

Iftooma

Dirqalaalee iftoomaa guutuu wanticha filatameetti fayyadamtu qindeessi.

Arfii

Dhangeessuu fi bocquu fayyamuu barbaaddu ifteessi.

Mul'ata

Qaaqa Waayoo kana bani, kun qubannoo waayoo taattoo keesssa jiru jijjiirufi hayyama siif kena, itti fufee waayoon akka inni agarsiifamme ifteessi.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.