Akeeki Deetaa

Qaaqaan kun qaphxii deetaa filamee akka jijjiiramu eeyyama. Qaaqaan kun kan mul'atu gosni deetaa tokkoo qofti yoo filatamee yommuu ati Dhangii - Filannoo Dhangii filattu. Baafanni tokko tokko galfataa taatoo 2D yookan 3D dhaan qofa argama.

Sajoo Yaaddannoo

Jijjiiramni uumamae kamiyyuu qaphxii deetaa tokkoo qofa miidha. Fakkeenyaaf, yoo halluu kabala gulaalte halluu kabalaa qofatu adda ta'a.


Ajaja kana bira gahuuf...

Qaaqa Dhangii - Filannoo Dhangii - Tuqaa Deetaa (Taattoota) fili


Sarara

Dirqaalalee dhangeessuu sarara filatameef ykn sarara kaasuu barbaaddef qindeessi. Dabalataanis xiyya irraantoo sararaatti dabaluu ykn mallatoolee taattoo jijjiiruu dandeessa.

Bal'ina

Wanta fakkaasaa filatameef dirqaalalee guutuu qindeessa.

Iftooma

Dirqalaalee iftoomaa guutuu wanticha filatameetti fayyadamtu qindeessi.

Dhangeessuu fi bocquu fayyamuu barbaaddu ifteessi.

Moggaasa Deetaa

Qaaqa Moggaasa Deetaa kana bani, moggaasa deetaa qindeessufi si dandeessiisa.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.