Moggaasa Deetaa

Qaaqa Moggaasa Deetaa kana bani, moggaasa deetaa qindeessufi si dandeessiisa.

Yoo maalimaan walfaannee deetaa filame, ajajni kun walfaannee deetaa qofa irratti hojjeta. Yoo maalimni hin filatamiin, ajajni kun walfaannee deetaa hunda irratti hojjeta.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Moggaasaalee Deetaa (Taattoota) fili

Caancala Dhangii - Filannoo Dhangii - Tuqaa Deetaa/Walfaannee Deetaa - Moggaasaalee Deetaa (walfaannee deetaa fi tuqaa deetaatiif) (Taattoota)


Gatii akka lakkoofsati mul'si

Tuqaalee deetaa gatii of daanda'aan agarsiisu.

Dhangii lakkoofsa

Dhangii lakkoofsa fiilu fi qaaqa bani.

Dhibbeentaa gatii mul'si

Tuqaalee deetaa tarjaa keessa dhibbeentaan agarsiisu.

Dhangii dhibbeentaa

Dhangii lakkoofsaa fiilu fi qaaqa bani.

Akaaku mul'si

Asxaa barruu tuqaalee deetaa mul'su.

Furtuu waayoo mul'su

Sajoo waayoo asxaa tuqaalee deetaa itti aane'ee jiru agarsiisi.

Foo'aa

Diraa Barruu hedduu wanta wal fakkataa foo'aa gar gar baasu fili.

Iddoo

Iddoo asxaa deetaa wanta irra fili.

Qixa Barruu

Keewwata teessuma barruu xaxaa fayyadamuuf qixa barruu ifteessi (CTL). Amalli kun kan jiraatu yoo deeggarsi teessuma barruu xaxaa kakaafame.

Barruu marsuu

Click in the dial to set the text orientation for the data labels.

Enter the counterclockwise rotation angle for the data labels.