Kabala Fakkaattii

Ajajaawwan akka salphaatti fayyadamtu keessa seenuuf, kabala Meeshaalee fayyadami.

Saagi

xiyya issa sajooti ane'e jiru banuuf cuqaasi Saagi kamshaa, saxxaatofi addayaa arfii man'ee ammeeti ida'uudha.

Sajoo

Saagi

Man'ee Saagi

xiyya issa sajooti ane'e jiru banuuf cuqaasi Man'ee Saagi kamshaa, Man'ee saaguuf, tarree, fi tarjaa man'ee ammeeti.

Sajoobani

Man'oota Saagi

Too'atamtoota

Sajoon unkaa too'annoowwanii kamshaa meeshaalee unkaa miidhagaa nuti uumu barbaannu banuu danda'a.

Sajoo

unkaa too'annoowwanii

OfDhangi'aa

Ajajja kana fayyadamuun ofdhangi iddoo wardii filatamee fayyadama ykn Ofdhangiwwan mata keetii ibsuuf.

Sajoocuqaasi

OfDhangi'aa

Dhamsaawwan Fili

Man'eewwan filatamanitti akkaataa dhangeessuu fayyadama.

Sajoo

Fillanno Dhamsa

OfGingilchaa

Ofumaan hammangaa man'ee filatamanii gingilcha,itti aansuun sanduqawwan tarree tar-tokkee iddoo wantoota agasiisuu barbaaddee itti filachu dandeessuu uuma.

Sajoocuqaasi

OfGingilchaa

Gingilchaa Durtii

Filannoo gigichuu akka qindeessitu hayyama..

Sajoo

Gingilchaa

Gingilchaa Olaanaa

Gingilchaa ol'aanaa qinddeessa.

Eegali

Gabatee qinxaa bakkaa itti madda filtu qaaqa bana,itti aansuun gabatee kee uumi.

Jijjiiraa Yuuroo

Converts the currency amounts found in LibreOffice Calc documents and in fields and tables of LibreOffice Writer documents into euros.

Ibsi

Opens a dialog where you can specify a name for a selected area or a name for a formula expression.

Barbaaddaa Galtee

Bakka itti qixaattoon jijjiramoota waliin itti furu dandeessu qaaqa bana.

Garee

Defines the selected cell range as a group of rows or columns.

Iconcuqaasi

Gurmuu

Garbaasi

Filatamoo garbaasa.Garee walxaxaa keessatti tarjaawwan ykn tarreewwan xumura irratti dabalaman garee keessaa ni haaqamu.

Sajoocuqaasi

Garbaasi