Kabala Fakkaattii

Kabalii Fakkaattii kan mul'atu yoo fakkaattii wardii keessatti saagdu ykn filtu.

Image Filter Bar

This icon on the Image bar opens the Image Filter bar, where you can use various filters on the selected picture.

Sajoo

Gingilchaa

Haalata Saxatoo

Lists view attributes for the selected graphic object. The embedded or linked graphic object in the current file will not be changed, only the view of the object.

Akkaataa man'ee

Haalata Saxatoo

Halluu

Kamshaa Halluu wajjiin amaloota wanta filamanii hanga tokko gulaaluu dandeenya.

Iftoomina

Iftoomina saxatoo wanta keessaa ifteessa. Gatiiwwan 0% (gututti dhoksaa)irraa hanga +100% (gututti dabarsaa) ni danda'ama.

Sajoo

Iftoomina

Soofuu

Saxatoo pikselii soofuuf qaaqa banaa. Dalagaan kan argamu yoo saxatoon pixselii mallattaa'e dha. Soofuu dandeessisuuf fakkiin dirqama filamuu qaba.

Toleessaa fi Fakkasaa keessatti yeroo sajoo cuqaastu qaaqan hin argamu, garuu soofuu sadeti qabaman arguu dandeessa. Baafata halqara fakkaattii filamee banuudhaan Fakkaattii Soofuu fili, yoo soofuuf Qaaqa gargaaramuu barbaadda ta'e.

Fakkaattii soofuuf qabanoo soofuu sadeti kamiyyuu harkisi.

sajoo

Soofuu

Korkoddii jijjiiri

Dirqaalee korkoddii gidduutti jijjiirruuf si dandeessisa.

Kabala Unka Saxaxaa bani,

Sajoocuqaasi

Korkoddii Jijjiiri

Fulduratti Fidi

Wanticha filatame duuraa duubaa kallatti irraa sochoosam, kunis fuldura wantota.birootti.

Sajoo

Gara Fuulduratti fidi

Gara Duubatti Ergi

Wanticha filatame gara duuraa duubaa tarreeffama gaditti siksa, kunis wantoota biraa duuba jira.

Sajoo

Gara Duubatti Ergi

Gara Fulduratti

Wanticha filatame gara fuldura barruuti siksa.

Sajoo

Gara Fulduureetti

Gara Durduubbeetti

Wanta filamee kan gara barruu biratti siksa.

Sajoo

Gara Duubbeetti

Hiriirsuu

Hiriira Wantoota filamee fooyyessa.

Sajoo

Hiriirsuu