Kabala Haalojii

Kabalii Haalojii odeeffanno waa'ee wardii ammaa agarsiisa.

Qubannoo galmee keessa

lakkoofsa ammee wardii fi lakkoofsa guutu wardii keessa jiru agarsiisu.

Akkaataa Fuula Ammee

Akkaataa fuula ammee mul'isa. Akkaataa gulaaluf lama cuqaasi, akkaataa biroo filuuf mirga cuqaasi.

Guddisi

Sababa guddisi fuula ammee agarsiisuu ifteessa.

Haalata Saagi

Displays the current insert mode. You can toggle between INSRT = insert and OVER = overwrite.

Haalata Filannoo

Here you can switch between different selection modes.

Fooyya'iinsa Galmee

Yoo jijjiiramne galmee hanga ammattti ol hin kaa'amne, "*" dirree kabala haalojii kana keessatti mul'isa. Kunis haarawaaf fayyada, galmeewwan olkaa'ameefii miti.

Mallattoo Lakqurxaawaa

Dabalataanis Mallattoo Lakqurxaawaa ilaali.

Foormulaa Durtii, Guyyaa/Yeroo, Of eeggannoo Dogongora

Odeeffannoo wa'ee galmee ammale agarsiisu. Duraantoon, ida'uu qabiyyee man'eeti filateemee agarsiisuu.