Kabala Foormulaa

Formulaawwan galchuuf kabala kana fayyadami.

Sanduuqa Maqaa

Agarsiisa wabii ammee man'eetiif, hangaa man'eetii filatteme, yokkan bakka maqaa. hangii man'eetii filteemef fillu ni dandessa, hangii maqaa itti fufiiti barressi Sanduuqa Maqaa.

sanduuqa Makaa bakka wardii

Maqaa Sanduuqa

Masaka Faankishinii

Opens the Function Wizard, which helps you to interactively create formulas.

Icon

Gargaartuu Dalagaa

Ida'a

ida'a man'ee hangii man'ee ammeeti saagi, yokkan gatii ida'a man'ee filattemti sagi. man'een keessa cuqaasi, sajoo kanna cuqaasi, itti fuufi man'eeti hangii itti mijeessi. Yokkan man'eeti murtta'an filadhuu gatiin ida'a itti saagamman , itti fuufi sajoo cuqaasi.

Sajoo

Ida'a

Dalagaa

ammee man'eeti foormulaa ida'ii. sajoo kan cuqaasi, itti fufii foormulaa kana galchi Naqaa Sarara.

Icon

Dalagaa

Dhiisi

qabiyyee kana qulqulleessi Naqaa sarara, yokkan foormulaa issa durssee jiiru irratti gootee dhiisuu.

Sajoo

dhiisi

Fudhu

qabiyyee kana fudhachuu Naqaa sarara, itti ansuun qabiyyee ammee man'eeti galchuu.

Sajoo

Fudhu

Naqaa Sarara

foormulaa issa ammee man'eeti ida'uu barbadee galchii. kana cuqaasi Dalagaa Masaka sajoo dalagaa durmurtaawaan iddo foormulaa galchuu.