Kabala Barruu Dhangeessuu

Kabalii Dhangeessaa Barruu yammuu qareen wanta barruu tokko keessa oolu mul'atu, jechuun goodayyaa barruu tokko yk wanta fakkasaa tokkoo, ajajaawwan dhangeessuu fi hiriirsan of keessaa qaba.

Maqaa Bocquu

Maqaa bocquu tarreerraa filuu ykn maqaa bocquu sududaan galchu sii hayyama.

Bocquuwwan hedduu buufatoota xinnaadhan qoodaman galchuu ni dandeesa.LibreOfficemaqoota bocquu tarreen dhufan fayyadama yoo bocquuwwan durtii argamuu baate

Sajoo

Maqaa Bocquu

Hammamtaa Bocquu Font Size

Hammamtaa bocquu gara garaa tarree irraa akka filattu ni heyyama ykn hammamtaa hujeekaa galchuuf.

yabbuu

Barruu filatame yabbuu taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri yabbuu ta'a. Yoo filannoon ykn jechi yabbuu ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.

Sajoo

Yabbuu

Mirgada

Barruu filatame mirgada taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri mirgada ta'a. Yoo filannoon ykn jechi mirgada ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.

Sajoo

Mirgada

Jalmuri

Barruu filatame jamura ykn jalmuraa haaqa.

Sajoo

Jalmari

Halluu Bocquu

Click to apply the current font color to the selected characters. You can also click here, and then drag a selection to change the text color. Click the arrow next to the icon to open the Font color toolbar.

Sajoo

Halluu Bocquu

Iddina Sararaa: 1

Sarara baaqqee addaan fageenyaa keewwata ammee fayyadama.kun qindaa'ina durtiitii.

Sajoo

Iddina sararaa: 1

Iddina Sararaa: 1.5

Sarara addaan fageenya gara sararawwan 1.5 tti qindeessa.

Sajoo

Iddina sararaa: 1.5

Iddina Sararaa: 2

Sarara addaan fageenya gara sararawwan qindeessa.

Sajoo

Iddina sararaa: 2

Bitaa Hiriirsi

Keewwata gara bitaa mudana fuulaatti hiriirsa.

Sajoo

Bitaa Hirirsuu

Kan Wiirtaa'e

Qabeentoota keewwataa fuula irraa handhuuressa.

Sajoo

Mirga Hiriirsi

keewwata gara mudana fuulla mirgaatti hiriirsa.

Sajoo

Mirga Hiriirsuu

Qixxeessi

keewwata gara bitaa fi mirga mudanoota fuulatti hiriirsa.

Sajoo

Qixeeffamaa

Irrarfii

Reduces the font size of the selected text and raises the text above the baseline.

Sajoo

Irrarfii

Jalarfii

Reduces the font size of the selected text and lowers the text below the baseline.

Sajoo

Jalarfii

Arfii

Bocaquu fi dhangeessuu bocquu arfilee filatamanif jijjiira.

Icon

Arfii

Keewwata

Modifies the format of the current paragraph, such as indents and alignment.

Icon

Keewwata

Gargaarsa Afaan Eeshiyaa

These commands can only be accessed after you enable support for Asian languages in - Language Settings - Languages.

Barruun bitaa irraa gara mirgaa ce'a

Specifies the horizontal direction of the text.

Sajoo

Kallattii barruu bitaa irraa gara mirgaa

Barruun gubbaa irraa gara jalaa ce'a

Specifies the vertical direction of the text.

Sajoo

Kallatti barruu gubbaa irraa gara jalaa