Deetaa

Ajajawwan baafata Deetaa waardii ammaa keessaa deetaa gulaaluuf fayyadan fayyadami. Hangii deetichaa qindeessuu, fooyuu, fi gingilchuu, bu'aa herreeguu, deetaa toorii, kana booda DataPilot banuu nidandeessa.

Hangii Ibsi

Man'eewwan wardii keessatti filattee irratti hundaa'un hangii kuusaa deetaa hiika.

Hangii Fili

Hangii kuusaa deetaa isaa Deetaa - Hangii hiiki.

Fooyi

Akkaataa ulaagaalee ifteesiteen tarreewwan filaman tartiiba qabsiisi.

Gingilchaa

deetaa kee gingilchuuf ajajawwan agarsiisa.

Hundumta Xiqqaa

Tarjaawwan filateef hundamtaa xiqqaahundamtaa xiqqaa herreega.Hammangaa moggafame keessatti

Gataa'insa

Man'ee ykn dhangii man'ee filameef deetaa gitaa'aa ta'ee hiiki.

Dalagaalee Hedduu

Formulaa wal fakkaataa man'eewwan garagaraaif fayyadama, garuu ulaagaa gatiiwwan garagaraatin.

Barruu gara tarjaatti

Qaaqa Barruu gara Tarjaawwanitti bana,iddoo itti qinda'inoota galchuudhaan qabiiyyeewwaan man'eewwaan filatamanii gara man'eewwaan baay'eetti babal'atani dha.

Gurmeesi

Deetaa hangiiwwan man'ee qofagaloo tokko ykn tokkoo oli makuun, fankishinii ifteessitetti fayyadamuun hammangaa haaraa shallaga.

Garee fi Toorii

Cuqaasii tokkoon gareewwan babal'isuu fi qoncoorsuuf tooroo deetaa fi tarreewwan gurmeessi fi tarjaawwan walittii uumuu ni dandeessa.

Gabatee Duraanaa

Gabateen qinxaa goolabaa guddaa deetaa kenna.Goolaba deetaa adda addaa ilaaluuf gabatee qinxaa kee sissireessuu dandeessa.

Hangii Haaromsi

Updates a data range that was inserted from an external database. The data in the sheet is updated to match the data in the external database.