Foddaa
Ajajaawwan foddaalee galmee too'achuu fi agarsiisuuf fayyadan of keessaa qaba.
Foddaa haaraa qabeentota foddaa ammee agarsiisuu bana. Kutaalee adda addaa galmee walfakkaataa yeroo tokkoffiamma mul'isuu nidandeessa.
Foddaa ammee cufi. Foddaa - Cufi fili, ykn AjajaCtrl+F4 dhiibi. Fuula duralaalii Kitaabessaa LibreOffice fi Calc keessaa, qabduu Duralaali Cufi cuqaasuudhaan foddaa ammee cufuu ni dandeessa.
Galmeewwan yeroo dhihoo banametarree maqaagalmee tarree keessaa garagalmee sanaatti jijjiiruuf fili.