Meeshaalee

Baafatni Meeshaalee ajajaawwan qubeeffaannoo mirkaneessuuf, wabii wardii barbaaduuf, dogoggora baasuufi mul'annoo ibsuudhaaf fayyadan of keessaa qaba.

Akkasuumas, maakroowwan uumtee ramaduu, akkasuuma argii fi miira kamshaalee, bafatawwanii, gabatee cuqoo qindeessuu, akkasuumas fayyadamtoota LibreOffice tiif dirqalawwan durtii qindeessuu nidandeessa.

Too'ata qubeeffannoo

Qubeeffannoo hojeekaan mirkaneessa.

Afaan

Baafata xiqqaa bakka ajajawwan afaan murta'aatti filuu dndeessu bana.

OfiinSirreessaa Dirqaleewwanii

Dirqaalee ofumaan barruu akka barreesitu bakka buusuu qindeessa.

Barbaaddaa Galtee

Bakka itti qixaattoon jijjiramoota waliin itti furu dandeessu qaaqa bana.

Furaa

Qaaqa fura bana.Seerota ga'uumsaa barbaada fayyadamuun qixxaatoota jijjiiraamoota danuu qabu akka furtuuf furaan si eeyyama.

Argama

Ajajnii kun Argama Wardii kakaasa. Argama kanan, hirkattoota man'ee formulaa ammaa irraa man'eewwan wardii sakkatta'u dandeessa.

Mul'ina

Defines a scenario for the selected sheet area.

Galmee Eeguu

The Protect Sheet or Protect Spreadsheet commands prevent changes from being made to cells in the sheets or to sheets in a document. As an option, you can define a password. If a password is defined, removal of the protection is only possible if the user enters the correct password.

Maakroota

Maakroo akka galmeessitu yookin gurmere ssituuf gulaaltuu si'i gargaara

Taliiga Dheertoo

The Extension Manager adds, removes, disables, enables, and updates LibreOffice extensions.

Ijaarsa Gingilchaa XML

Qaaqa Qindaa'ina Gingilchaa XML, innis iddoo itti uumuu, gulaaluu, haquu, fi faayilii XML olerguu fi aleerguuf gingilchaa itti yaaluu dandeessuu dha.

Maamileessi

Customizes LibreOffice menus, context menus, shortcut keys, toolbars, and macro assignments to events.

Dirqaalaalee

Ajajni kun gongee dhaamsaa sagantaa tuujjee maamileeffameetiif bana.