Dhangii

Baafatni Dhangii ajajaawwan man'eewwan filaman, wantoota, fi qabeentoota man'ee galmee keetii dhangeessuuf fayyadan of keessa qaba.

Dhangeessuu Durtii

Removes direct formatting and formatting by character styles from the selection.

Man'eewwan

Dirqalaalee dhangeessuu adda addaa akka ifteessitu fi man'eewwan filamanitti amaloota akka fayyadamtuuf si heeyyama.

Tarree

Dheerina tarree qindeessa akkasumas tarrewwan filtaman dhoksa ykn agarsiisa.

Tarjaa

Dagaleen tarjaa fi dhokataan ykn tarjaa filame kan mul'suu qindeesa.

Wardii

Maqaa wardii qindeessun fi wardiiwwan filaman dhoksa ykn mul'isa.

Merge and Center Cells

Combines the selected cells into a single cell or splits merged cells. Aligns cell content centered.

Fuula

Qaaqa mul'ina fuulootaa galmee kee keessaa huunda hiiktu bana.

Hangiiwwan Maxxansi

Hangiiwwan maxxansi taliiga. Man'eewwan hangiiwwan maxxansa keeessa jiran qofatu maxxanfama.

Arfii

Bocaquu fi dhangeessuu bocquu arfilee filatamanif jijjiira.

Keewwata

Modifies the format of the current paragraph, such as indents and alignment.

Jijjiira

Changes the case of characters in the selection. If the cursor is within a word and no text is selected, then the word is the selection.

Of Dhangi'aa

Ajajja kana fayyadamuun ofdhangi iddoo wardii filatamee fayyadama ykn Ofdhangiwwan mata keetii ibsuuf.

Dhangeessuu Otoolaa

Choose Conditional Formatting to define format styles depending on certain conditions.

Korkoddii

wantoota filamaniif dirqalaalee korkoddeessuu qindeessa.

Hiriirsuu (wantoota)

Wantoota filataman wantoota biroo waliin walbira qabuun hiriirsa.

Hiriirfama (Wantoota Barruu)

Filannoo ammeetif dirqaalalee hiriira qindeessi.

Qindeessi

Duuraa duuba tartiiba wanta(toota)filatamanii jijjiira.

Meelchi

Wanticha filatamee dalgata ykn olgata meelcha.

Gurmuu

Gurmuun wantoota filataman akka socho'uu danda'an ykn akka wanta baqqee dhangaye waliin eega.

Saxaatoo

bana baafata xiqqaa amalottaa wantaa filatamee ammaa gullaludhaaf.

To'annaa

Amaloota too'annoo filame gulaaluuf qaaqa banaa.

Unka

Qaaqa kana keessatti kan biraa irraa ibsuu dandeesaa? Qaaqa kana keessatti kanneen biroo keessaa ibsuu dandeessa, madda deetaa fi taatewwan unkaa hundaaf.