Baroota 19xx/20xx

Barri galfata guyyaa keessaa yeroo baay'ee akka dijiitii lamaatti galchama.Keessatti,barri akka dijiitii afuriitti taliigama, kanaafuu shallaggii garaagarummaa 1/1/99 irraa gara 1/1/01 keessatti bu'aan sirrii waggaa lama dha.

Kana jechuun yoo guyyaa 1/1/30 yookiin ol galchite,keessatti akka 1/1/1930 yookiin oliitti beekama.Barootni dijiitii lamaa gadii hundi jaarraa 20xx tti raawwatu.Kanaafuu,fakkeenyaaf,1/1/20 gara 1/1/2020 tti jijjiirama.