Barruu Sarar-baay'ee Barreessuu

  1. Pressing the +Enter keys inserts a manual line break. This shortcut works directly in the cell or in the input line. The input line can be expanded to the multi-line by the Down arrow button on the right.

Yoo barruun akka ufmaan xiyyoo mirgaa maadheetti citu barbaadde, akka armaan gadiitti itti fufi:

  1. Maadheelee hunda bakka barruun xiyyoo mirgaa irratti akka citu barbaaddu filadhu.

  2. Dhangii - Man'eewwan - Hiriirfama keessatti, dirqaala Barruu ofmaan marsi malkateessiitii Tole cuqaasi.