Barruu Naannessuu

  1. Maadheelee kan barruu isaanii naannessuu barbaaddu filadhu.

  2. Faayilii - Maxxansifili.Qaaqa Maxxansi argita.

  3. Caancala Walqixxeessa cuqaasi.

  4. Wiilii durargii keessatti kallattii barruun itti naannesamu filachuuf bal'ina Kallattii barruu keessatti hantuutee fayyadami. TOLE cuqaasi.