Maadheelee makuu fi makuu dhiisuu

Maadheelee wal cinaa filachuu dandeessa, achiin gara maadhee baaqqeetti maki. Faallaan, maadhee guddaa kan makaa maadheelee baaqqeetiin uumamee ture fudhattee, gara maadhee baaqqeetti hiruu dandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Man'eewwan hangii galtee man'eewwan makaman ofkeessaa qabutti yammuu gargalchitu, hangiin galtee jalqaba ni bittinnaa'a, ittaansee man'eewwan gargalchaman ni maxxanfamu. Man'eewwan garagalchaman man'eewwan makaman yoo tahan, haalata makiinsaa akkuma qabaniin taa'u.


Maadheelee Makuu

  1. Maadheelee wal cinaa fili.

  2. Choose Format - Merge Cells - Merge Cells. If you choose Format - Merge Cells - Merge and Center Cells, the cell content will be centered in the merged cell.

Splitting Cells

  1. Qaree man'ee addaan hiramu keessa kaa'I.

  2. Choose Format - Merge Cells - Split Cells.

wardiilee biraa keessatti wabeeffachuu