Lakkoofsota sissiqanitti fayyadamuu

LibreOffice Calc keessatti, lakkoofsonni deesiimaalii marti gara bakka deesiimaalii lamaatti sissiqanii mul'atu.

Kana maadheelee filatamaniif jijjiiruuf

  1. Maadheelee fooyyessuu barbaaddu mara mallatto itti godhi.

  2. Dhangii - Man'eelee filiitii gara fuula caancala Lakkoofsota deemi.

  3. Dirree Akaakuu keessatti, Lakkoofsa filadhu. Options jalatti, lakkoofsa Bakkee deesiimaalii jijjiiriitii qaaqa TOLE dhaan cufi..

To change this everywhere

  1. Galmee +F6 wajjin filiitii Tab dhiibi

  2. Gara fuula Shallagi deemi. Lakkoofsa Bakka deesiimaalii fooyyessiitii qaaqa TOLE dhaan cufi.

Gatiiwwan sirrii keessaatiin osoo hin ta'in lakkoofsota sissiqaniin shallaguu

  1. Galmee +F6 wajjin filiitii Tab dhiibi

  2. Gara fuula Shallagi deemi. Dirree Sirrummaa akka agarsiifametti mallattoo itti gochiitii qaaqa TOLE dhaan cufi.