Editing Pivot Charts

Edit a pivot chart in the same way as normal charts.

To edit a pivot chart

  1. Amalawwan wantaa taattoo gulaaluuf taattoo cuqaasi:

    Hammamtaa fi qubannoo fuula ammaa irraa.

    Hiriira, maraa barruu, handaaraa isa alaa, fi kanaaf kan kana fakkatan.

  2. Haltaa gulaalii taattoochaa galchuuf, taattoo tokko irra lama-cuqaasi:

    Gatiiwwan deetaa taattoo (taattoowwan deetaa mataa saantiin).

    Akaakuu taattoo, matadureewwan, bifgarduubee, tarsaa, kanaaf kan kana fakkatan.

  3. Haltaa gulaalii taattoo keessaa, miseensa taattoo tokko lama-cuqaasi:

    Safaraa, akkaakuu, halluu fi kanaaf kan kana fakkatan gulaaluuf, siiqqee irra lama-cuqaasi.

    Double-click a data point to select and edit the data series to which the data point belongs.

    Walfaannee deetaa filatame waliin, amalawwan qabxii deetaa tokkoo gulaaluuf, qabxii deetaa isa baqqee irra lama-cuqaasi (fakkeenyaaf, kabala baaqqee, taattoo kabala tokko keessaa).

    Double-click the legend to select and edit the legend. Click, then double-click a symbol in the selected legend to edit the associated data series.

    Amalawwan gulaaluuf, miseensa taattoo kabiroo feetu irra lama-cuqaasi, yookin miseensicha cuqaasitii bafata Dhangi'i bani.

  4. Haltaa gulaalii ammaa dhiisuuf, ala taattoochaa cuqaasi.

Sajoo Qaxxee

Qulquuliinaan taattoo tokko maxxansuuf, taattoocha gara faayilii PDF itti alerguun faayilii sana maxxansuu nidandeessa.


In chart edit mode, you see the Formatting Bar for charts near the upper border of the document. The Drawing Bar for charts appears near the lower border of the document. The Drawing Bar shows a subset of the icons from the Drawing toolbar of Draw and Impress.

Baafata halqaraa banuuf maalimaa taattoo mirga cuqaasuu dandeessa. Maalimaa filatame dhangeessuuf baafatni halqaraa ajajoota hedduu kenna.

Matadureewwan Taattoo Gulaaluu

siiqqota taattoo gulaaluu

Waayoota Taattoo Gulaaluu

Makalluu Kabala Taattootti Ida'i

Ilaala 3D

Open file with example: