Yaadawwan Saaguu fi Gulaaluu

Saagi - Yaada filachuudhaan yaadota tokkoon tokkoo man'eef ramaduu dandeessa. Yaadota man'ee keessatti skuweerii diimaa xiqqaan, agarsiisaa yaadaa, agarsiifama.

Qajeelcha gargaarsaa maadhee filatamee mul'isuuf, Deetaa - Sirrummaa - Gargaarsa Naqaa.