Foormulaawwan Tarreentaa Galchuu

Kan armaan gadii fakkeenya akkaataa foormulaa tarreentaa, osoo bal'ina dalagaalee tarreentaa hin deemin galchitu dha.

Akka lakkoofsota 10 Sarjaalee A fi B keessatti galchitetti(A1:A10 and B1:B10), ida'ama tokkoon tokkoo tarree sarjaa C keessatti shallaguu akka barbaaddu tilmaami.

  1. Hantuutee fayyadamuudhaan, hammangaa C1:C10 filadhu, kan bu'aaleen keessatti mul'atani dha.

  2. F2 cuqaasi, ykn sarara naqaa kabala Foormulaa keessatti cuqaasi.

  3. Mallattoo walqixaa galchi(=).

  4. Hammangaa A1:A10, kan gatiiwwan jalqabaa foormulaa ida'uu qabatan filadhu.

  5. Cuqoo lakkoofsaa irraa furtuu (+) cuqaasi.

  6. Lakkoofsota sarjaa lammaffaa maadhee B1:B10 keessaa fili.

  7. Naqa makaa furtuu tarreentaatiin xumuri: Shift++Enter.

Bal'inni tarreentaa ufmaan fooyyee kan akka tarreewwan ykn sarjaalee balleessuu irraa dhorkama. Garuu, dhangeessuu kamiyyuu, kan akka duubee maadhe gulaaluun ni danda'ama.