Firaakshinoota Galchuu

Lakkoofsa firaakshinii man'ee keessatti galchiitii shallaggiif fayyadami.

Yoo "0 1/2" galchite Ufmaa sirreessi arfiilee sadeen 1, / fi 2 akka arfii tokkoon bakka bu'an godha. Kan walfakkaatu 1/4 fi 3/4 irrattis ni raawwata. Bakka buusni kun caancala Meeshaalee - Ofiinsirreessaa - Dirqalaalee keessatti ibsama.

Yoo firaakshinee dijiitii danuu kan akka "1/10" arguu barbaadde, dhangii man'ee gara argii firaakshinii dijiitii danuutti jijjiiruu qabda. Baafata haallee man'ee baniitii, Man'eelee dhangeessi fili. "Firaakshinii" dirree Akaakuu irraa filiitii, achiin "-1234 10/81" filadhu. Achiin firaakshinoota akka 12/31 ykn 12/32 galchuu dandeessa - firaakshinootni, garuu, ufmaan hir'atu, akka fakkeenya dhumaa keessatti 3/8 agarttuuf.