Deetaa Foo'uu

  1. Hammangaa kuusaa deetaa keessatti cuqaasi.

    Hangii man'eewwanii yoo filatte, man'eewwan kanneen qofatu kuufama. Filmaata malee man'ee tokko yoo cuqaaste, hangiin kuusdeetaa waamaraa ni kuufama.

  2. Deetaa - Foyi filadhu.

    Hangiin man'eewwan kuufamanii halluuwwan garagaltoon mul'atu.

  3. Dirqaalaalee foyuu barbaaddu filadhu.

  4. TOLE cuqaasi.