Dhangiiwwan Foormulaadhaan Ramaduu
Dalagaan HAALATA() foormulaa duraan man'ee keessa jirutti dabalamuu danda'a. Fakkeenyaaf, dalagaa AMMEE wajjin, gatii isaa irratti hundaa'uudhaan man'ee halleessuu dandeessa. Foormulaan =...+HAALATA(YOO(AMMEE()>3;"Diimaa";"Magariisa")) haalata man'ee "Diimaa" yoo gatiin irra guddaa 3 ta'e raawwata, ta'uu baannaan haalata man'ee "Magariisa" ni raawwata.
Yoo foormulaa man'eelee bal'ina filatame keessaa hundatti rawwachuu barbaadde, qaaqa
fayyadamuu dandeessa.-
Maadheelee feete hunda filadhu.
-
Ajaja baafataa Gulaali - Argachuu & Bakka buusuu filadhu.
-
For the *
term, enter: .".*" himannoo sirraawaa kan qabayyeewwan maadhee ammee agarsiisuu dha.
-
Enter the following formula in the =&+STYLE(IF(CURRENT()>3;"Red";"Green"))
field:The "&" symbol designates the current contents of the Find field. The line must begin with an equal sign, since it is a formula. It is assumed that the cell styles "Red" and "Green" already exist.
-
Dirreewwan Himannoowwan sirraawaa fi Filannoo ammee qofa mallattoo itti godhi.Hunda Argadhu cuqaasi.
Maadheeleen hundi kan qabiyyeewwan isaanii filannoo keessa gale amma ni shoolamu.
-
cuqaasi.