maadheelee dhorkuu dhiisuu

  1. Wardii kan dhorka irraa mulquu barbaaddu cuqaasi.

  2. Select Tools - Protect Sheet or Tools - Protect Spreadsheet to remove the check mark indicating the protected status.

  3. Yoo iggita kennitee jiraatte,qaaqa kana keessatti galchitii TOLE cuqaasi.

Man'eeleen amma gulaalamuu danda'u,foormulaawwan argamuu danda'u,akkasumas man'eeleen marti amma ati dhorka lamuu wardiif yookiin galmeedhaaf kakaastutti maxxansamuu danda'u.