maadheelee jijjiirraa irraa dhorkuu

LibreOffice Calc keessatti wardiilee fi galmee akkuma jirutti dhorkuu dandeessa.Akka man'eeleen jijjiirraa tasaa irraa dhorkaman,akka foormulaawwan Calc irraa argamauu danda'an,akka man'eeleen mul'atan yookiin akka man'eeleen maxxansamuu danda'an filachuu dandeessa.

Dhorki karaa iggitaatii kennamuu danda'a,garuu ta'uu hin qabu.Yoo iggita kennitee jiraatte,dhorki erga iggitni sirrii galchamee booda qofa baduu danda'a.

Akka dhorki man'ee kan man'eelee amala dhorkameera qabanii kan raawwatu yeroo gabatee guutuu dhorkite qofa akka ta'e hubadhu.Haala durtii keessatti,man'een hunduu amala dhorkameera qaba.Kanaafuu filannoodhaan man'ee bakka fayyadamaan jijjiirraa godhuuf amala sana balleessuu qabda.Achumaan gabatee guutuu dhorkitee galmee olkeessa.

Sajoo Ofegannoo

Amalootni dhorkaa kunneen meeshaa gochaa tasaa ittiin ittisnu dha.Amalootni kunneen dhorka amansiisaaf kan yaadaman miti.Fakkeenyaaf,wardii gara dhangii faayilii biraatti alerguudhaan,fayyadamaan amaloota dhorkaa irra kutuu danda'a.Dhorka amansiisaa tokko qofatu jira:iggita yeroo olkaa'uu galmee banaa raawwattu.Faayiliin iggitaan olkaa'ame kana bamanuu danda'u iggituma sana qofaani dha.


  1. Maadheelee kan dirqaalaalee dhorka maadhee ifteessuufii barbaadde filadhu.

  2. Dhangii - Man'eelee filadhuutii caancala Dhorka Man'ee cuqaasi.

  3. Select the protection options that you want. All options will be applied only after you protect the sheet from the Tools menu - see below.

    Jijjiirraa qabiyyeewwanii fi dhangii man'ee dhorkuuf Dhorkameera filadhu.

    Jijjiirraa qabiyyeewwanii fi dhangii man'ee dhorkuuf Dhorkameera filadhu.

    Foormulaa jijjiirraa irraa dhoksuu fi dhorkuuf Foormulaa dhoksi filadhu.

    Man'eelee dhorkaman galmee maxxansame keessaa dhoksuuf Yeroo maxxansaa dhoksifiladhu.

  4. TOLE cuqaasi.

  5. Dirqaalaalee dhorkaa raawwadhu.

    To protect the cells from being changed / viewed / printed according to your settings in the Format - Cells dialog, choose Tools - Protect Sheet.

    To protect the structure of the document, for example the count, names, and order of the sheets, from being changed, choose Tools - Protect Spreadsheet.

  6. (Optional) Enter a password.

    Sajoo Ofegannoo

    Yoo iggita kee irraanfatte,dhorka kaka'uumsala gochuu hin dandeessu.Yoo man'ee jijjiirraa tasaa irraa qofa dhrkuu barbaadde,dhorka wardii qindeessi, iggita garuu hin galchin.


  7. TOLE cuqaasi.