Wardiilee keessatti shallaguu
Kan armaan gadii fakkeenya shallaggii LibreOffice Calc keessaa ti.
-
Man'ee keessa cuqaasiitii lakkoofsa barreessi.
-
Galchii Dhiibi.
Qareen maadhee itti aanutti gad deema.
-
Lakkoofsa biraa galchi.
-
Press the Tab key.
Qareen maadhee itti aanutti gara mirgaatti deema.
-
Foormulaa keessatti, fakkeenyaaf, =A3 * A4 / 100 barreessi.
-
Galchii Dhiibi.
Bu'aan foormulaa man'ee keessatti mul'ata. Yoo barbaadde, foormulaa sarara naqa kabala foormulaa keessatti gulaaluu dandeessa.
Yeroo foormulaa gulaaltu,bu'aan haaraan ufmaan shallagama.