Man'ee Duwwaa qabuu

Duraan, halqaroota tokko tokko keessatti man'eewwan duwwaan lakkoofsa 0 tti dirqisiifamu, kan biroo keessatti ammoo diraa duwwaatti, yoo A1 duwwaa tahee walmadaalliin kallattii =A1=0 fi =A1="" TRUE kennen ala. Duwwummaan hamma fayyadamutti ni dhaalama, kanaaf barbaachi yoo man'ee duwwaa kenne =VLOOKUP(...)=0 fi =VLOOKUP(...)="" lachanuu TRUE kennu.

Wabii salphaan man'ee duwwaa akka lakkoofsa 0 tti mul'ata garuu akaakuu lakkoofsaa ta'uun dirqamaa miti, kanaaf walmadaalchisoonni man'ee wabeessuu waliinii akka eegametti hojjetu.

Fakkeenyota armaan gadiitiif , A1 lakkoofsa ofkeessaa qaba, B1 duwwaadha, C1 wabii Bl ofkeessaa qaba:

A1: 1 B1: <empty> C1: =B1 (0 mul'ata)

=B1=0 => TRUE

=B1="" => TRUE

=C1=0 => TRUE

=C1="" => TRUE (duraan FALSE ture)

=ISNUMBER(B1) => FALSE

=ISNUMBER(C1) => FALSE (previously was TRUE)

=ISNUMBER(VLOOKUP(1;A1:C1;2)) => FALSE (B1)

=ISNUMBER(VLOOKUP(1;A1:C1;3)) => FALSE (C1, previously was TRUE)

=ISTEXT(B1) => FALSE

=ISTEXT(C1) => FALSE

=ISTEXT(VLOOKUP(1;A1:C1;2)) => FALSE (B1, previously was TRUE)

=ISTEXT(VLOOKUP(1;A1:C1;3)) => FALSE (C1)

=ISBLANK(B1) => TRUE

=ISBLANK(C1) => FALSE

=ISBLANK(VLOOKUP(1;A1:C1;2)) => TRUE (B1, previously was FALSE)

=ISBLANK(VLOOKUP(1;A1:C1;3)) => FALSE (C1)

Sajoo Yaaddannoo

Hubannoo Mayikiroosooftii Egseelii halaa biroo agarsiisuu fi yeroo hunda akka bu'aatti wabii man'ee duwwaaa yookan man'ee foormullaa man'ee duwwaa kenna. Fakkeenyaaf:


A1: <empty>

B1: =A1 => 0 mul'isa, garuu wabii man'ee duwwaa qofadha

=ISNUMBER(A1) => FALSE

=ISTEXT(A1) => FALSE

=A1=0 => TRUE

=A1="" => TRUE

=ISNUMBER(B1) => FALSE (Microsoft Excel: TRUE)

=ISTEXT(B1) => FALSE

=B1=0 => TRUE

=B1="" => TRUE (Microsoft Excel: FALSE)

C1: =VLOOKUP(...) with empty cell result => displays empty (Microsoft Excel: displays 0)

=ISNUMBER(VLOOKUP(...)) => FALSE

=ISTEXT(VLOOKUP(...)) => FALSE

=ISNUMBER(C1) => FALSE (Microsoft Excel: TRUE)

=ISTEXT(C1) => FALSE