Lakkaddaawwan Dogoggoraa LibreOffice Calc keessaa

Gabateen armaan gadii ilaalcha gubbaa ergaa dogogoraa LibreOffice Calc ti. Yoo dogoggorri man'ee qaree of keessaa qabu keessatti uumame, ergaan dogogoraa Kabala Haalojii irratti mul'ata.

Lakaddaa Dogogoraa

Dhaamsa

Ibsa

###

homaa

The cell is not wide enough to display the contents.

501

Arfii fashala

Arfiin foormulaa keessaa gataa'aa miti.

502

Qoccolloo fashala

Function argument is not valid. For example, a negative number for the SQRT() function, for this please use IMSQRT().

503
#NUM!

Qoyyaboota fashala qiinxaa bololi'uu

Hediisni hanga gatii qindaa'ee irra darbe irraa dhifa.

504

Ulaagaalee dogogora tarree

Ulaagaaleen faankishinii gataa'aa miti fakkeenyaaf, qooda lakkoofsaa barruu, yookan qooda wabii man'ee wabii qayee tu fayyada.

508

Dogogora: Cimdii dhiisuu

Sadallaa hanqate, fakkeenyaaf, sadallaa cuftuu, garuu sadallaa bantuu hin jirre

509

Qooyyaboota dhiisuu

Qoyyaba dhiifaman fakkeenyaaf, "=2(3+4) * ", yommuu qoyyabni "2" and "(" dhiifamu.

510

Jijjiiramaa dhiisuu

Jijjiiramaa dhiisuu, fakkeenyaaf yommuu qoyyaboonni lama waliin ta'an "=1+*2".

511

Jijjiiramaa dhiisuu

Faankishinii jijjiiramaa baay'ee barbaadu kan kennamu fakkeenyaaf, AND() yookan OR().

512

Foormulaa irra darbaa

Compiler: the total number of internal tokens, (that is, operators, variables, brackets) in the formula exceeds 8192.

513

Diraa irra darbaa

Kompaayilerii: addiraan foormulaa keessaa hamamtaan 64 KB ni caala. Hiikaa: bu'aa qiyyaba diraa hamamtaan 64 KB ni caala.

514

Irra darbaa keessaa

Qoyyabni fooyi numeerikaala danuu deetaa irratti yaalama (max. 100000) yookan tartiiba hediinsa irra darbaati.

516

Dogogora caasima keessaa

Tarreentaan tartiiba hediinsaa irratti eegama, garuu hin jiru.

517

Dogogora caasima keessaa

Lakaddaa hin beekamne fakkeenyaaf, galmeen faankishinii haraa waliinii fooyyee durattii kan faankishinii of keessa hin qabne keessaa bu'a.

518

Dogogora caasima keessaa

Jijjiiraman hin jirre

519
#VALUE

No result (#VALUE is in the cell rather than Err:519!)

Gatii hiikkoo waliin wal hin gitne foormullaatu kenna yookan man'een kan wabii ta'e foormulaa keessatti bakka lakkoosaa barruu of keessa qaba.

520

Dogogora caasima keessaa

Kompaayileriin lakaddaa kompaayilerii hin beekamne uuma.

521

Dogogora caasima keessaa

Bu'aan hin jiru.

522

Hirkoo gamhundaa

Formula refers directly or indirectly to itself and the Iterations option is not set under - LibreOffice Calc - Calculate.

523

Adeemsi hediinsaa hin makamu

Faankishiniin gatii galtee dhiisa, yookan wabii dedeebinsaa jijjiirama gadaantoo ejjatoo irraantoo waliin wal bira hin gahu.

524
#REF

wabiilee fashala (qooda Err:524 man'een #REF ofkeessaa qaba)

Kompaayilerii: ibsa maqaa tarjaa yookan tarree hin furamu. Hiikaa: foormullaa keessatti, tarjaa, tarree yookan wardii kan qabiyyee man'ee wabii dhiise.

525
#NAME?

maqaa fashala (instead of Err:525 cell contains #NAME?)

Addirraan hin madaalamu fakkeenyaaf, wabii gitaa miti, maqaa qayee gataa'aa miti, moggaasa tarjaa/tarree miti, maakiroo miti, hiraa kurnee sirrii hin taanee, ida'i keessattii hin mula'atu.

526

Dogogora caasima keessaa

Hangana hin fayyadu garuu galmee durattii irraa koottu yoo bu'aa formulaa qayee irraa ta'e.

527

Irra darbaa keessaa

Hiikaan: Wabiin, kanneen akka man'ee kan wabii man'ee ibsu, bay'isee tokko kan birootiin dhokata.

532
#DIV/0!

Duwwaadhaa hiruu

Qoyyaba hiruu / yoo waamsisaan 0
tahe fankishinoonni dabalataa tokko tokko dogoggora kana kennu, fakkeenyaaf:
VARP qajeelfama 1 gadii
STDEVP qajeelfama 1 gadii
VAR qajeelfamoota 2 gadii
STDEV qajeelfamoota 2 gadii
STANDARDIZE stdev=0
NORMDIST stdev=0