Furtuu Qaxxaamura Wardiifi

Sajoo Yaaddannoo

Furtuuleen qaxxaamura tokko tokkoo sirna minjaalee keef ramadame. Furtuuleen sirna minjaaleetiif ramadaman LibreOffice tiif hin argaman. Furtuulee adda addaa LibreOffice Meeshaalee - Maamileesi - Minjaalee, ykn sirna minjaalee keessatiif ramaduuf yaali.


Man'ee hangii filattamee foormulaa issa galchitten guutufi Naqaa sarara, dhiibi +Enter. Gaqqabi +Enter+Shift dhangii man'ee naqaa man'ee hangii waamaraati galchuufi .

Tarreentaa man'eewwan isaa marti odeeffannoo ati Sarara naqaa irratti galchite waliin tokko tahe qaban uumuuf, Shift++Enter. Qaamota tarreentaa gulaaluu hin dandeessu.

To select multiple cells in different areas of a sheet, hold down and drag in the different areas.

Wardii keessatti wardiilee hedduu filachuuf, gadi qabiitii caancaloota maqaa isa qarree gadii iddoohojii irra cuqaasi. Filannoo keessatti wardii tokko qofa filachuuf, furtuu Shift gadi qabiitii caancala maqaa wardii cuqaasi.

Man'ee keessatti muraa sarara hujeekaa saaguuf, man'ee keessatti cuqaasiitii ittaansuun +Enter dhiibi.

To delete the contents of selected cells, press Backspace. This opens the Delete Contents dialog, where you choose which contents of the cell you want to delete. To delete the contents of selected cells without a dialog, press the Delete key.

Wardii kessa naannaiuu

Furtuu Qaxxaamura

Galtee

+Home

Qaree man'ee wardii keessa gara tokkoffaatti siqsis (A1).

+End

Qaree man'ee wardii gara man'ee qabiyyee issaa deetaa dhuummatti siqsisuu .

Ka'umsa

Qaree man'ee wardii keessa gara ammee tarree tokkoffaatti siqsis.

Xumuri

Qaree man'ee wardii keessa gara ammee tarree dhummatti siqsis.

Shift+Home

Selects cells from the current cell to the first cell of the current row.

Shift+End

Selects cells from the current cell to the last cell of the current row.

Shift+Page Up

Selects cells from the current cell up to one page in the current column or extends the existing selection one page up.

Shift+Page Down

Selects cells from the current cell down to one page in the current column or extends the existing selection one page down.

+Xiyya Bitaa

Qaree man'ee wardii keessa gara qaree bitaa hammanga deetaa ammeeti siqsis. Yoo man'een tarjaa gara bitaa qabiyyee xiyya duwwa ta'ee, Xiyyen gara tarjaa issa bitaa deetaa qabbatee jiirutti siqsis.

+Xiyya Mirgaa

Qaree man'ee wardii keessa gara qaree mirga hammanga deetaa ammeeti siqsis. Yoo man'een tarjaa gara mirga qabiyyee xiyya duwwa ta'ee, Xiyyen gara tarjaa issa mirga deetaa qabbatee jiirutti siqsis.

+Xiyyaa Olii

Qaree man'ee wardii keessa gara qaree irra hammanga deetaa ammeeti siqsis. Yoo man'een tarree gara bitaa qabiyyee xiyya duwwa ta'ee, Xiyyen gara tarree issa irra deetaa qabbatee jiirutti siqsis.

+Xiyya Gadii

Qaree man'ee wardii keessa gara qaree jala hammanga deetaa ammeeti siqsis. Yoo man'een tarree gara bitaa qabiyyee xiyya duwwa ta'ee, Xiyyen gara tarree issa jala deetaa qabbatee jiirutti siqsis.

+Shift+Xiyya

Man'een deetaa qabbatee jiru man'een ammee irra gara xumuraa fufaa hangii man'ee deetaa jiiruu mara fili,Qixa Xiyyan dhiibamme jiru. Tarree fi Tarjaa yoo walliin filtee, hangiin Man'ee rektaangulaa fili.

+Page Up

Man'ee tokko gara bitaati siqsis.

In the print preview: Moves to the previous print page.

+Page Down

Man'ee tokko gara mirgati siqsis.

In the print preview: Moves to the next print page.

+O

Argii tokko gara bitaati siqsis.

+O

Argii fulaa tokko gara mirgati siqsis.

Shift++Page Up

Wardii durra wardi ammee filattameeti Ida'i. Yoo wardiin hundii filattamee, Makaan furtuu qaxxaamura kun wardii durra duwwa filla.Wardii durra wardi ammee godha.

Shift++Page Down

Wardii ittaanee jiru wardii amma filatamanitti ida'a. Yoo wardiileen marti filataman, makaan furtuu qaxxaamuraa kun wardii ittaanu qofa fila. Wardii ittaanu wardii ammaa godha.

+F1

kun (*) mallattoo baay'isuu furtuu lakkofsaa irraati

Hammanga deetaa qareen qabbatee jiru filii. Hammangan kun man'ee walliin garee hammanga deetaa qabbatee jiruufi tarree fi tarjaa duwwan marffammee jiirudha .

+F1

kun (/) mallattoo hiruu furtuu lakkofsaa irraati

Tarreentaa hangii Foormulaa qaree qabbatee jiru filii.

+furtuu Ida'uu

Man'ee saagi (as in menu Insert - Cells)

+furtuu Hir'isuu

Man'ee haqi (as in menu Edit - Delete Cells)

Galchi (in a selected range)

Moves the cursor down one cell in a selected range. To specify the direction that the cursor moves, choose - LibreOffice Calc - General.

+1 (jiifata lakkoofsaarra hin jiru)

Gatii gutuummaa man'een kessaa jiru irra foormulaa mul'su ykn dhoksu.


Sajoo Yaaddannoo

Furtuun ` kun yeroo bayyee kanniin argamuu furtuu kana "1" itti aanee gabatee furtuu engliifaa irra. Yoo gabateen furtuu kee furtuu kana si agarsiisu ba'atee, Furtuu kan birra ramadu ni dandessa: Meeshaale fili - Maamileeesi, Caancala gabatee furtuu irra jiru cuqaasi. Akaakuu "View" fili itti fufuun dalaga "Toggle Formula" fili.


Furtuu dalaga wardii keessatti fayyadameete

Furtuu Qaxxaamura

Galtee

+F1

Yaadannoo man'ee ammaatti miilteessamee mul'isa

F2

Switches to Edit mode and places the cursor at the end of the contents of the current cell. Press again to exit Edit mode.

yoo qareen sanduuqa naqa qaqa keeessa qabatee jiru ta'ee Gadeessi qabduu, qaaqan yeroo dhokatuu sanduuqi naqa immoo mul'ataa ta'ee tura. Qaaqa gutummaan mul'iisuf F2 dhiibi.

+F2

Masaka Fankishinii bani.

Shift++F2

Qaree garra kannati siqsisuun Naqaa Sarara Foormulaa man'ee ammeeti galchuu ni dandeessa.

+F3

Bani Maqaa qindeessi qaaqa.

Shift++F4

Kuusaa deetaa aloolaa mul'suu ykn dhokisu.

F4

Irkoo haqaa ykn Irkoo waliin qiqindeessuu (for example, A1, $A$1, $A1, A$1) Naqaa dirree kessa.

F5

Mul'suu ykn dhokiisu Naanna'insa.

Furtuu JIJJIIRRAA+F5

Ceesisa hirkataa.

Furtuu JIJJIIRRAA+F4

Ceesisa durran durssu.

Shift++F5

Qaree garra kannati siqsisuun Naqaa Sarara garra Iddoo Wardi sanduuqa.

F7

Man'ee ammee kessaa ti qubeeffannoo mirkanessuu.

+F7

Yoo man'een ammee barruu qabbatee jiiratee waa dhugoomsuu bani.

F8

Haalata filannoo dabalataa bana/dhaamsa. Haalata kana keessatti, filannoo bal'isuuf furtuulee xiyyaa fayyadamuu dandeessa. Filannoo bal'isuuf man'ee biroo keessa cuqaasuus ni dandeessa.

+F8

Man'ee gatii qabbatee jiru shoola.

F9

Wardii ammaa keessatti foormulaawwan jijjiiraman lamuu herreega.

+Shift+F9

Foormulaa man'een hundaa keessa jiru lamuu herreegi.

+F9

Taatto issa filattamee haaromsi.

+F1

Opens the Styles window where you can apply a formatting style to the contents of the cell or to the current sheet.

Furtuu JIJJIIRRAA+F11

Galmee qajeelcha hojii uumi.

Shift+F11

Qajeelcha hojii haaromsi.

F12

Hangii deetaaa filattamee hundaa gurmeesi.

+F12

Hangii deetaaa filattamee hundaa garbaasi.

+Shift+Furtuu Xiyyaa

Increases the height of current row (only in OpenOffice.org legacy compatibility mode).

+O

Decreases the height of current row (only in OpenOffice.org legacy compatibility mode).

+Shift+Furtuu Xiyyaa

Yabbina tarjaa ammee dheeressuu.

+Shift+Furtuu Xiyyaa

Yabbina tarjaa ammee gabbabsuu.

+Shift+Furtuu Xiyyaa

Yabbina tarjaa ykn hojjaa tarree man'ee ammee irrati hundauun guutolu.


Furtuu qaxxaamuran man'ee dhanguu.

Dahngiin man'ee kana gaddii itti jiru kan hoojjetu gabatee cuqoo ni:

Furtuu Qaxxaamura

Galtee

+1 (jiifata lakkoofsaarra hin jiru)

Dhangii Qaqaa Man'ee banii

+Shift+1 (jiifata lakkoofsaarra hin jiru)

Two decimal places, thousands separator

+Shift+2 (jiifata lakkoofsaarra hin jiru)

Dhangeessuu durtii exponentaialii

+Shift+3 (jiifata lakkoofsaarra hin jiru)

Dhangii durtii guyyaa

+Shift+4 (jiifata lakkoofsaarra hin jiru)

Dhangii durtii mahaallaqa

+Shift+5 (jiifata lakkoofsaarra hin jiru)

Dhangii durtii dhibbeentaa (two decimal places)

+Shift+6 (jiifata lakkoofsaarra hin jiru)

Dhangii durtii


Yaalii Fayyadamma deetaa

Furtuu

Galtee

Caancala

Xiyyeeffanno garra fuuldurati siqisii iddoo naannoo keessaa fi qaaqa qabduu ti jijjiiri.

Shift+Tab

Xiyyeeffanno garra duubatti siqisii iddoo naannoo keessaa fi qaaqa qabduu ti jijjiiri.

Xiyya olii

Xiyyeeffanno garra olii wantoota tokko ti iddoo qaaqa ammee ti siqiisi.

Xiyya gadi

Xiyyeeffanno garra gadi wantoota tokko ti iddoo qaaqa ammee ti siqiisi.

Xiyya bitaa

Xiyyeeffanno garra bitaa wantoota tokko iddoo qaaqa ammee ti siqiisi.

Xiyya mirga

Xiyyeeffanno garra mirga wantoota tokko iddoo qaaqa ammee ti siqiisi.

Ka'umsa

Wantaa issaa durraa qaaqa ammee kessaa jiruu fili.

Xumuri

Wantaa issaa Dhuummaa qaaqa ammee kessaa jiruu fili.

fi arfii jecha "Tarree" jedhu keessatti jalamurame

Dirree ammee garraa iddoo "tarree" ti garagalchii ykn siqsisi.

fi arfii jecha "Tarjaa" jedhu keessatti jalamurame

Dirree ammee garraa iddoo "tarjaa" ti garagalchii ykn siqsisi.

fi arfii jecha "Deetaa" jedhu keessatti jalamurame

Dirree ammee garraa iddoo "Deetaa" ti garagalchii ykn siqsisi.

+Xiyyaa Olii

Dirree ammee garra olii man'ee tokko ti siqsisi.

+Xiyya Gadii

Dirree ammee garra gadi man'ee tokko ti siqsisi.

+Xiyya Bitaa

Dirree ammee garra bitaa man'ee tokoo ti siqsisi.

+Xiyya Mirgaa

Dirree ammee garra mirga man'ee tokoo ti siqsisi.

+Home

Dirre ammee garra man'ee issaa duurraa ti siqsisi.

+End

Dirre ammee garra man'ee issaa xumura ti siqsisi.

+O

Dirqala dirree ammee fi agarsiisu.

Haqi

Dirree ammaa bal'ina irraa haqa.