Saagi

xiyya issa sajooti ane'e jiru banuuf cuqaasi Saagi kamshaa, saxxaatofi addayaa arfii man'ee ammeeti ida'uudha.

Sajoo kamshaa meeshaalee:

Sajoo

Saagi

Sajootta kana filuu ni dandessa:

Bololi'aa Goodayyaa

Goodayyaa bololi'aa galmee ammee keessatti saaga. Goodayyaawwan bololi'aan qabeentoota faayilii biroo agarsiisuuf galmeewwan HTML keessatti fayyadu. Gooayyaawwan bololi'aan Naanneessaa 4.x. tiin hin deeggaramne.

Sajoo cuqaasi

Gooddayyaa Bololi'aa

Arfii Addayaa

Allows a user to insert characters from the range of symbols found in the installed fonts.

Sajoo

Arfii Addaa

Faayiliirraa

Inserts an image into the current document .

Sajoo

Image

Audio or Video

Inserts a video or audio file into your document.

Audio or Video


Foormulaa

Inserts a formula into the current document.

Sajoo cuqaasi

Foormulaa

Taattoo

Sajoo cuqaasi

Taattoo

Wanta OLE

Wantoota OLE galmee ammee keessatti Saaga. Wanti OLE akka kornyoo ykn wanta ida'ameetti saagameera.

Sajoo cuqaasi

Wanta OLE