Ida'a

ida'a man'ee hangii man'ee ammeeti saagi, yokkan gatii ida'a man'ee filattemti sagi. man'een keessa cuqaasi, sajoo kanna cuqaasi, itti fuufi man'eeti hangii itti mijeessi. Yokkan man'eeti murtta'an filadhuu gatiin ida'a itti saagamman , itti fuufi sajoo cuqaasi.

Sajoo

Ida'a

LibreOffice hangii man'eetif ofumaan yaada dhiyeessi, itti ansuun wabiin deetaa qabaata. yoo man'een hangii ida'aa dalagaa qabaatanii,issa harra waliin Makii akka inni walii gala ida'au hangii kennuti . yoo hangiin gingilchaa qabaateef , dalagii Hundumata Xiqqaatu ida'ansaa dalagarra saagamm.

Cuqaasi Fudhu sajoo (green check mark) foormulaa agarsiisa naqaa sarara keessa fayyadamuf.