YEARFRAC

The result is the number of the years (including fractional part) between StartDate and EndDate.

Caasima

YEARFRAC(Aduu Jalqaba;Aduu Xumura;Hunde)

Aduu Jalqaba and Aduu Xumura gatiiwwaan aduu lamaaniiti.

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


Fakkeenya

Hammi entaa bara 2008 baroota 2008-01-01 fi 2008-07-01 jidduu jiru meeqa?

=YEARFRAC("2008-01-01"; "2008-07-01";0) .50 kenna