YEAR

Akkaata seera shallagaa keessaattiin waggaa akkaa lakkoofsatti kenna.

Caasima

YEAR(lakkoofsa)

lakkoofsi Gatii aduu keessaa mul'isuun waggaa kenna.

Fakkeenyawwan

=YEAR(1) 1899 kenna

=YEAR(2) 1900 kenna

=YEAR(33333.33) 1991 kenna