TODAY

Sirna konpiteraa guyyaa ammaa kenna. Yeroo galmee irra deebi'uun bannu ykn gatii galmee jijjiirru, gatiinsaa ni haaromfamaa.

Caasima

TODAY

TODAY'n fankishinii qajeelfamaan alaati.

Fakkeenya

TODAY() guyyaa sirna kompiteraa ammaa kenna.