NOW

Aduu fi yeroo sirna koompiteeraa kenna. Yommuu galmee ykn tokko tokko gatii man'ee haroomsamee irra deebi'uun shallaguu,gatiin ni haroomsama.

Caasima

NOW()

NOW'n fankishinii qajeelfamaan alaati.

Fakkeenya

=NOW()-A1 garaa garummaa aduu A1 fi amma gidduu jiru kenna.Firii akka lakkoofsatti dhangeessi.