MONTH

gatii aduu kennametiif ji'a kenna. Jiini intiijerii 1 fi 12 gidduu jiranin kennama.

Caasima

MONTH(Lakkoofsa)

Lakkoofsa, akka gati yerootti, kurnyee dha,kan jiini ittin kennamu.

Fakkeenyawwan

DAY(NOW()) ji'a ammaa kenna.

=MONTH(C4) yoo man'ee C4tti 2000-07-07 galchite 7 kenna(ergaa Enter dhibde booda haala addaan dhangaa'u danda'a)