MINUTE

Gatii yeroo kessatif daqiiqaa shallagaDaqiiqaan lakkoofsa 0 fi 59 gidduu jiruun kennama.

Caasima

MINUTE(Lakkoofsa)

Lakkoofsa, akka gati yerootti, kurnyee dha,kan daqiiqaan ittin kennamu.

Fakkeenyawwan

=MINUTE(8.999) 58 kenna

=MINUTE(8.9999) 59 kenna

=MINUTE(NOW()) gatii daqiiqaa ammaa kenna.