WEEKNUM

gati yeroo keessaaf,WEEKNUM'n lakkoofsa torbanii waggaa keessaa shallaga.

Sajoo Yaaddannoo

Labsiin Adduunyaa Waaltawaa (AW)8601 akka labseetti Wixaatni guyyaa jalqaba torbani ta'a.Toorban gariin wagga tokko keessa gariin immoo waggaa isaa biraa keessa yommuu ta'uu, waggaan lakkoofsi guyyaa baay'ee toorbanicha keessaatti argameetti lakkoofsi guyyaa sun ida'aama. Kana jechuun torbaan jalqabaa waggaa kamiyyuu torbaan ji'a ammajji 4ffaa of keessa qaba.


Caasima

ISOWEEKNUM(Number)

Lakkoofsalakkoofsa aduu keessaati.

Fakkeenyawwan

=ISOWEEKNUM(DATE(1995;1;1)) returns 52. Week 1 starts on Monday, 1995-01-02.

=ISOWEEKNUM(DATE(1999;1;1)) returns 53. Week 1 starts on Monday, 1999-01-04.