HOUR
Gatii yerootif sa'aa kenna. Sa'aatiin intijeeri 0 fi 23 gidduu jiruun kennama.
Caasima
HOUR(lakkoofsa)
Lakkoofsa, akka gati yerootti, kurnyee dha,kan sa'aan itti kennamu.
Fakkeenyawwan
=HOUR(NOW()) sa'aa ammaa kenna.
=HOUR(C4) yoo C4 =17:20:00 ta'e 17 kenna.