EASTERSUNDAY

Waggaa galchiteef aduu dilbata faasikaa kenna.

Caasima

EASTERSUNDAY(Waggaa)

Waggaa n intijeerii 1583 fi 9956 ykn 0 fi 99 gidduutti argamu.Akkasumas haala salphaadhan guyyaa kanatti ida'uudhan guyyoota ayyaanaa biroo shallaguu dandessa.

Wiixata Faasikaa = EASTERSUNDAY(Waggaa) + 1

Ayyaana Fannoo =EASTERSUNDAY(Waggaa) - 2

Dilbata Phenxeeqoosxee = EASTERSUNDAY(Waggaa) + 49

Wiixata pheenxeeqoonxee EASTERSUNDAY(Waggaa) + 5

Fakkeenyawwan

=EASTERSUNDAY(2000) 2000-04-23 kenna.

EASTERSUNDAY(2000)+49n lakkofsa eenyummaa kessaa 36688 kenna.Firiin 2000-06-11.Eenyummaa aduu akkaa lakkoofsa aduutti dhaangessi,fakkenyaaf akkaa dhaangessa YYYY-MM-DD tti.