DAYS360

Shallagduu dhalaa fayyadamee guyyaa 360 waggaa irratti huda'uudhan garagarummaa guyyoota lama gidduu jiruu kenna.

Caasima

DAYS360("Aduu1"; "Aduu2"; Akaakuu)

Yoo Aduu2n Aduu1, durse fankishiniin negeetivii kenna.

Qajeelfamni dirqaalee Akaakuu jedhu gosa shallaggii garagaraa murteessa.Yoo akaakuu=0 ta'e ykn qajeelfamnii haaqame tooftaa US (NASD, National Association of Securities Dealers) jedhamutti fayyadamna.Yoo akaakuu <> 0 ta'e tooftaa Awurooppaatti fayyadamna.

Fakkeenyawwan

=DAYS360("2000-01-01";NOW()) lakkoofsa guyyoota dhalaa Amajjii 1, 2000 hanga har'aatti jiranii kenna.