DAYS

Garagarumma gati guyyaa lama gidduu jiru shallaga. Firiin isaas baay'ina guyyoota lama gidduu jiru kenna.

Caasima

DAYS(Aduu2;Aduu1)

Aduu1 guyyaa jalqabaati, Aduu2aduu xumuraati.yoo Aduu2 n Aduu1 durse firiin lakkofsa negaativii ta'a.

Fakkeenyawwan

=DAYS("2010-01-01"; NOW()) baay'ina guyyota har'aa hanga amajji 1,2010tti jiranii kenna.

=DAYS("1990-10-10";"1980-10-10") guyyoota 3652 kenna.