DATEVALUE

Barruu waraabbii keessaaf lakkoofsa guyyaa keessa deebisi.

Lakkoofsi guyyaa keessaa akkaa lakkoofsatti deebi'a.Lakkoofsi kunis kan murteeffamu sirna aduu isaa LibreOffice aduu shallaguuf ta'eeni.

Yoo dirri barruu gatii sa'aatii of keessatti qabaate, GATIIBARAA hiraa intijarii qofa jijjiirraa keessaa deebisa.

Caasima

DATEVALUE("Barruu")

Barruu himannoo guyyaa siirri fi mallattoo waraabbii wajjin galuu qaba.

Fakkeenya

=DATEVALUE("1954-07-20") 19925 kenna.