Dogoggora Of eeggannoo

Deetaan Fashalaawaa yommuu man'ee seenee, ergaa dogoggoraa mul'atuu hiiki.

Ergaa dogoggoraan maakroo eegaluu dandeessa.Eddattoon maakroo umaa fulaa kanaa irratti kennama.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Data - Validity - Error Alert tab.


Yommuu gatiiwwan fashalaawaa galuu ergaa dogoggoraa agarsiisi.

Displays the error message that you enter in the Contents area when invalid data is entered in a cell. If enabled, the message is displayed to prevent an invalid entry.

Haaloota lameeniti,yoo "Dhaabbii" filattee,galmii fashalaawaan baduun gatiin darbee lamataa man'ee seena.Halaama kanaan qaaqoota "Akeekkachiisa" fi "Odeeffannoo" yoo cuftu qabdoo Haqii cuqaasi.Yoo qaaqotaa qabdooEyyeen cuftee,galmii fashalaawaa hin haqamu.

Qabeentoota

Gocha

Yommuu deetaan fashalaa man'ee seenu gocha ta'uun barbaachisuu fili. Gochi "Dhaabbi" galma fashalaa gatuufi Tole cuqaasuudhaan qaqaa haquu barbaadduu agarsiisa.Gochaawwwan "Akeekkachiisa" fi "Odeeffannoo" qaqoota Tole ykn Dhiisi cuqaasun cufamuu danda'an agarsiisa.Galmii fashalaawa kan gatamuu yoo Dhiisi cuqaaste qofa.

Sakatta'i

QaaqaMaakroo iddoo itti yommuu deetaan fashaalaawee man'ee seenu maakiroo itti filattu bana.Erga eergaan dogoggoraa iftaayee dooba gochii maakiroo rawwata.

Mataduree

Mata duree Maakiroo ykn Ergaa doggoggoraa jedhu galchuun deetaan doggoggoraa yommuu man'ee seenuu mul'isuuf oola.

Ergaa doggoggoraa

Deetaan doggoggoraa yommuu man'ee seenuu ergaa mul'isuu barbaaddu galchi.

Maakiroo fakkeenyaa:

Function ExampleValidity(CellValue as String, TableCell as String)
Dim msg as string
msg = "Invalid value: " & "'" & CellValue & "'"
msg = msg & " in table: " & "'" & TableCell & "'"
MsgBox msg ,16,"Error message"
End Function